Used Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo for Android?
Developer’s Description
Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo Barreessan Tafsiira kanaa Dr.Muhammad Rashaad Kabiir Abdullee(Rabbii Rahamataa Haaa Godhuufi)
Tafsiira Quraanaa Yeroo jalqabaaf maxxanfamee bahee yeroo tauu ammas yeroo ammaa kanattii yeroo jalqabaaf Applikeeshini kan isiin biraa gahuu dha. Alhamdulilah ammaaf MB 83 yeroo tahuu yeroo barreffamni isaa rawwaatamuttii MB 10 Hin caalleen isiiniif gadlakkifama. Koopiirayitii nuuf eyyaammuun toora feesbukan Khalid Rashaad yeroo tauu Rabbiin jazaa kee jannataan sii haa kennu jennaa.Haaluma walfakkaatuun looqoda harargeen alattii Tafsiraa Barreefamee jiruu isiif basuuf yaalaa waan jiruuf obsaan nuu eegaa. Nutii Rabbiin nurraa haa qeebaluu jechaa duaii kessaan isiin gaffanna.Waaluma gallatti Tafsiira kana haalaa bayyee bareedaan qophessinee isiif dheysinee jirraa duii kessaniin nuun irranfatina.
Used Tafsiira Quraanaa Afaan Oromoo for Android?
Explore More
@Voice Aloud Reader (TTS Reader)
FreeThai Lottery 123
FreeAnimated Knots by Grog
Paid
Hazrat Khalid Bin Waleed in Urdu
FreeReadict - Free & Unlimited Romance Novels
Free
U.S. Coast Guard MIMH
FreeWorld Net KJV
Free
Mod Build Battle for MCPE
Free
Piggy ice scream 4 - Escape Hi Neighbor Guide
Free
Sassi Pannu Urdu Novel By Almas MA
Free
Heat Treater's Guide Companion
Free
Maps Ice Scream for MCPE
Free