Used Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) for Android? Share your experience and help other users.
Developer’s Description
Maqaan duraa Aplikeeshinii kana "Jireenya Badhaatu" dha. Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhamauu fi raatauu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade, afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha. Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban, kaayyoon ilma namaa maal akka ta'e fi dukkana keessaa ifatti akkamitti akka bahan tooftaa fi furmaata sirriitti fayyadamuun karaa namatti akeeka. "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi. Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, wanta isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha, haqa akka hin argine nama taasisa. Kanaafu, haqa arguuf sammuu fi ija bani, nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.
Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu taa. Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:
-Barruulee mallattoo Save tuquun boodarra Barruu olkaaame keessaa offline dubbisuu
-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu
-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa Search keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu
-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (share gochuu) fi kan biroo
Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha. Wanta itti dabalamuu fi irraa hiritu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.
Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa.
Used Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badhaatu) for Android? Share your experience and help other users.
Explore More
4D Solar System
FreeVideogyan Zool Babies - Kids Fun Videos & Rhymes
FreeExams Result Checker
FreeMath and Science Tutor
FreePSC Result
FreeLaw Dictionary
FreeLaTeX Tutorial
FreeNight Sky Guide
FreeSchoolTime Management System
FreeKids Top Songs & Top Nursery Rhymes - Free Offline
FreeOckyPocky - Nursery Rhymes Stories Videos
FreeMPSC Thokla Part 2
Free