Used Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu for Android?
Developer’s Description
Nearly 120 years after the translation of bible into Afan Oromo by Onesmus Nesib and the first printed Afaan Oromoo Bible on paper, the way people reads Holy Bible changed radically. Now a days, almost everybody uses mobile devices to read the bible. Taking into consideration this fact, we offer this trendy Bible app for your android device. Install on your android device and take it with you wherever you go and enjoy your bible!
God Bless You!
Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.
Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Digital Age) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile Device) tti fayyadamu.
Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (UNION OF OROMO EVANGELICAL CHURCHES OF EUROPE, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbistoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiyeessinu gammachuu guddaatu nutti dhagaa'ama.
Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:
- Luqqisii Guyyaa
- Radio Warra Wangeelaa
- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo
- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u
- Baafata Luqqisii fi k.k.f
Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.
Waaqayyo isin haa Eebbisu!
Rev. Dr. Tasgara Hirpo
Robsan Mako
Robba Muleta
Used Oromo Bible - Macaafa Qulqulluu for Android?
Explore More

Khristu Mu Nyimbo - Chichewa Hymnal
Free
Quran Majeed
FreeNursery to 3 class Kids Learning
Free
Guide For Fish feed And Grow New
Free
Imagerie lecture interactive
FreeGurulugomi - The eBook Store
Free
Wonders of the World
Free
Mark Twain Quotes
Free
XE Currency
Free
Martin Luther King Jr Quotes
Free
Vocab Quiz
Free
Maya Angelou Quotes for Android
Free